Isaiah 11:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi baandera oliqabe gosa ch'ufa garsiisa, aka inni worra Israelitiifi ka Yuda ka gargari firfirsani boojiani, wolti guure, gama lafa ch'ufaa woltiini d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Moototaa malkata dhaaba; worra Israa'eliin keessaa baqatan deebisee wolitti isaan qaba; banii Yihuuda'aa ka bittinnaaye; roga lafaa arfaniiyyuu wolitti isaan qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gosa biyya adda addaatiif beessisa hin dhaaba; worra Israa'el keessaa ari'amee baye, worra Yihudaa keessaa bittinnowelle maddii afuriinuu wolitti hin qaba.