Isaiah 11:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worra isaa, ka worra Ashuru jalaa bahe, achiti hafe, kara balla tolchaafi, akuma duri ababoota worraa, ta lafa Misiri keesaa baate, tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma hennaa Israa'el biyya Misiriitii bayu ta'e; banii Asooriin irraa hafeellee akkasuma karaan qophaayaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma kolbaan Israa'elii biyya Gibxi'ii keessaa yennaa baate karaan qopheeffameef, kolbaa isaa worra baraaree hafeefille, Asoorii keessaa bayiisaaf karaan guddaan hin qopheeffama.