Isaiah 11:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni AABBO Waaqa isa gubba teete, qaroomafi beekhaafi qalbi namaani fidani isaa kenniti. Inni fed'i AABBO Waaqa beekhe isa guddise, isa sodaate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri Rabbii Hafuurri ogumma'aatii fi hubanna'aa; Hafuurri gorsaatii fi ka hunnaa; Hafuurri beekkumsaatii fi ka Rabbiin sodaachu'uu isa irra ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni Mootii Waan Maraa Ayyaanni qarumma'aatii fi hubanti'ii Ayyaanni gorsaatii fi hunnaa Ayyaanni beekkumsaatii fi Mootii Waan Maraa sodaatiisaa isa irratti hin bu'a.