Isaiah 12:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani ind'ufa, ka nami sirbe akana jed'u: Ee AABBO Waaqa, anini si faarsa! Atini qara ya nati dallante, ammo amma dallansuuni tante ya siraa galte, atini garaa na jabeesita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san akkana jetta; «Yaa Rabbi; dura naan loltee turte; amma garuu loluu dhiifte; akkasuma waan na jajjabeessiteef si galatoonfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san ati, «Ee, Mootii Waan Maraa, ati natti mufatteertaayyu; amma mufii teeti na irraa deebittee, waan na jajjabeessiteef si leellifadha!