Isaiah 12:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ya na baase, anini isa d'ugeefad'e woma insodaad'u inni irree jabeenna naa kenne, naa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo Rabbi fayyinna kiyya; isa abdadha; hin sodaadhulle'e; Rabbi Gooftaan jajjabeennaa fi faaruu kiyya; fayyinna naa ta'eera»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhuguma Waaqi fayyisaa kiyya; ani isatti hin addadha; womaalle hin sodaadhu. Mootiin Waan Maraa hunnaa fi jabeenna kiyya; inni fayyisaa kiyya naaf te'eera.