Isaiah 12:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma bisaani eela qullooni nama d'eebuu qabu gammachiisani, akasuma gumiini Waaqaa hojja inni worra baasu gammaddi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Burqaawwan fayyinna kiyyaa keessaa gammachu'uun bisaan woraabbattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin gammadaan madda fayyinnaa keessaa bisaan hin woraabbattan» hin jetta.