Isaiah 12:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa faarsa, inni yayu waan jabdu tolche. Waan kana lafa ch'ufati odeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii faarfadhaa'a; Inni waan hujii guddaa hojjateeruuf; kun adunyaa marattuu haa beekkamuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan guddoo waan godheef faaru'uun isa leellisa'a; waan inni godhelle biyya lafaa mara irratti beessisa'a.