Isaiah 13:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama lafa irati diqeese, diqeenna worqi ka lafa iraatini woli fakeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama worqii baffame caalaa mi'aa'a; worqii oofeerii caalaa dharraa godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami worqii qullu'uu fi worqii Ofiirii caalaa kaso'otti akka hin dhagganne godha.