Isaiah 13:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama qabani ch'ufa goraadeeni ijeesani, sheeftiini hobaasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka booji'ame maruu hin woraannama; ka qabame maruu billawaan dhuma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka booji'ame marti hin woraanama; ka qabame marti shallaaga'aan hin ijjeefama.