Isaiah 13:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kubi qulqulliti ira baandera d'aaba! Askartiti lalaba, harka keesani oliqaba, akheekha garsiisa, aka worri balbala dira worra gugurdaa had'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sammuu tulluuwwan barbadooftee irratti malkata fannisaa'a; sagalee keessan ol qabadha'aa iyyaa'a; akka balbala abboota murti'iitiin seenan; harkaan malkata kenna'aaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kooba womaa irratti hin lanne irratti beessisa dhaaba'a! Loltoota iyya'aa waama'aatii, karra qondaaltotaatiin akka seenanu, harkaan itti akeeka'a.