Isaiah 13:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni deebie lafa suni keesa intahu; Araftini tokoleeni waaro ufii achiti ind'aabatu. Tissituuni tokoleeni hori achiti intissitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baroota maraa keessatti lamuu ka isii keessa taa'u hin jiru; Arabni achitti daasee hin dhaabatu; tisseen horii ufii achi irra hin yaasu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhalootaa haga dhalootaatitti nami achi keessa ijjumaa hin qubatu yookiin hin le'u; nami biyya Arabaa achi keessatti dunkaanii hin dhaabbatu; tissitootille hoolee ifii achi keessa hin tiffattu.