Isaiah 13:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Iyyaana gaara iraa d'uftu ch'aqasa — qonqo gumi guddo, gosa heddu wolti baate. Waaqi abba duulaa duula ufii had'iisaa kurfeesu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa gaarran irratti akka woca banii hedduutitti dhagayamu caqasaa'a; laagaa wocaa ka akka banii hucuucamee ta'ee dhagayaa'a; Rabbi Gooftaan banii maraa; loltoota ufii lolaaf hiriirseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hogaa gaara irraa, ka akka kolbaa bindilla'aa caqasa'a! Caanca odduu mootumma'aa, ta akka gosa biyya adda addaa ta wolitti qabantee caqasa'a! Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, lolaaf loltoota ifii wolitti qabatiisatti jira.