Isaiah 13:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lafa fago ta muumme lafati d'ufuu jira. AABBO Waaqi dallansu ufitini lafa ch'ufa balleesu d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii fi meeshaan woraana dheekkamsa isaa; lafa maraa balleessu'uuf; biyya fago'oo; daangaa samiiwwaniitii dhufaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lafa fago'ootii fi qaccee biyya lafaatii hin dhufan; Mootiin Waan Maraa meya mufii ifii kanaan lafa duudii hin balleessa.