Isaiah 13:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Laalefad'a, boha! Guyyaani AABBO Waaqaa yayu d'iaate, guyyaani Waaqi guddaani lafa balleesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan Rabbii waan dhiyaateeruuf booyaa'a; Waaqa waa mara danda'u biraa badiin waan dhufuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan Mootii Waan Maraa waan dhikaateef, wiiccifadha'aatii bowa'a; Ka Waan Mara Dande'u biraa badiin hin dhutti.