Isaiah 13:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani AABBO Waaqa d'ufuu jira — guyyaani hamani inni aka male dallanu. Lafti ch'ufti aloo taate, nama ch'ubbu ch'ufa balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo guyyaan Rabbii dhiyaateera; lafa ona taasisu'uuf; cubbamtoota isii keessa jiran balleessu'uuf bala'aa fi dheekkamsa ufii jaba'aan dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, guyyaan Mootii Waan Maraa gadhi-jabeessa; guyyaan sun lafa onsiisaaf, cubbaalleyyiille lafa irraa balleessiisaaf, mufi'ii fi aarii bobeettuun hin dhufa.