Isaiah 14:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ekheraani sunini isa yaamte waan jettu, Atinileeni amma akuma keenna laafa! Nu amma ya nama takaa taane!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maruu sii deebisan; akkana siin jedhan; ‹Atillee akkuma keenna dadhabde; akkuma keenna taate»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan martinuu deebisanee, si'iin, ‹Atille akkuma keenna dadhaddeerta! Akkuma keenna teeteerta!