Isaiah 14:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini garaa kanketi, Anini gubbati olgale, barch'uma kiyya, ka hayyuma, urji gubba ira taa jetta. Ammalle anini gaara mirga fulla iti wolwoldaani taa jetta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaa kee keessatti akkana jette; «Gara sami'ii ol baya; teessoo kiyya urjiiwwan Rabbiitii ol taasifadha; gaara irratti wol gayan; gubbaa gaara woyyoomee irratti; teessoo kiyya irra taa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati gadhaa keeti keessatti, «Ani gara ol-gubba'aa hin baya; barcumaa mootummaa kiyyaalle urjoota Waaqaatiin gubba'aatti hin godhadha; barcumaa mootumma'aa kiyya ka gaara yaa'ii waaqotaa, gara kaabaa qaccee irra jiru irra hin tee'a.