Isaiah 14:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo fulla boola Ekheraatini si d'ufani, hunda boola si buusani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu gara asaabaa; gara boolla gad fago'oo buuteerta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo gara addee worri du'e jiruu, qilee boollaa keessa gad buuteerta.