Isaiah 14:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ekheraani si millate, si mamte waan jettu, Nami duri lafa chochoose hayyoota holachiise kana?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri si argu guuttatanii si laala'aa; maalalfata'aa waan kee akkana jedhan; «Ka ardii raase sun; ka mootota hollachiise nama kanaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri du'e si dhagge baaseffatee, «Kun namicha lafa tachoosee, mootota raase,