Isaiah 14:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dira ch'ufa balleese lafa ch'ufa aloo tolche kanuma? Nami nama boojie, tokole baasu dide, d'uguma kana?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka adunyaa gammoojjii godhe; ka qachoota diige; worra booji'ame ka akka gara biyya ufii hin deemne dhoogge kanaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka biyya lafaa goomolee godhee, qachoota isi'ii diige, worra booji'e gara biyya ifii akka hin galle ka dhooggee motii?» si'iin hin jedhan.