Isaiah 14:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo atini irreesa inqabdu, reefa kankele alaati gatani akanumati shama. Reefa askarti had'iisa keesati hobaate ya reefa kanke gubbaa naqani, woliini boola d'akhaati jissani, lafati d'id'iitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati garuu uduu hin awwaalamnin akka baala mukaa ka irra deemanii taatee gatamteerta; reeffi kee reeffa namoota woraanaan dhumateen uwwifameera; reeffuma isaanii woliin boolla dhaga'aa keessatti gatamee irra deemameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo akka damee jibbatantee, addee awwaalaa keessaa baafantee gatanteerta; reeffi keeti reeffa worra shallaaga'aan woraanamee ijjeefameen, boolla dhaka'aa keessatti gollameera; ati akka reeffa miilaan dhidhiitamuu ti.