Isaiah 14:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti hedduuni worra Israeli qarqaarte, lafa AABBO Waaqi worraa kenneti deebifte, duuba achiti gochiti sunini tisse worra Israeliti taati. Worri duri worra Israeli boojie, amma worra Israeliti boojie, worra qara worra dabse mohata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Yihuudii hin taanetu isaan fudhata; gara hulee isaaniititti isaan deebisan; manni Israa'elii worra Yihuudii hin taane ristii ufii godhatan; Ardii Rabbii irratti ijoollee intalaatii fi ta dhiiraa garboonfatanii bulchan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa Israa'eloota fuutee, addee isaaniititti hin deebitti; kolbaan Israa'elii lafa Mootii Waan Maraa keessatti gosa biyya adda addaa san garbichaa fi garbittii hin godhatan; isaan worra dur isaan booji'e hin booji'an; worra dur isaan cunqurselle hin bulchan.