Isaiah 14:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini lafa tante balleesite, nama kanke fit'eefi, aka hayyoota d'ibi awaala dansa inargattu. Nami worra keeti, ch'ubbichi tokoleeni, ka bahu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan woliin awwaala keessa hin teettu; lafa kee waan balleessiteef; banii keellee fixxeerta. fiixaan worra hammeenna hojjatuu sirima hin qaabatamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati lafa teeti balleessitee, kolbaa teeti waan ijjeetteef, isaan woliin hin awwaalantu; sanyii worra hantuu hujjuu, maqaan ijjumaa deebi'ee hin waamamu.