Isaiah 14:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro ababooti ilmaani hayyu kana ch'ubbu tolchiteefi ilmaani isa tana ha fit'ani, ilmaani tunini tokoleeni lafa mohatte dira heddu injaaratu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka'anii akka lafa hin dhaalle; adunyaa akka qachoota isaaniitiin hin guunne; waan cubbuu abboota ufiitiif; hulee ijoolleen isaanii ta dhiiraa itti qalaman qopheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ka'anee lafa dhaalanee, qachaa ifiitiin lafa akka hin guunne, sababa yakkaa abbootii isaaniitiif ilmaan isaanii fixiisaaf addee isaaniif qopheessa'a.