Isaiah 14:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Babiloni ch'affa lafa tolche, urunguni iti galti. Anini Babiloni haraa waan ch'ufa haruuni hare balleesa. Dubbi tana ana, AABBO Waaqa guddati jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hulee dhaddeen keessa jiraattu; lafa leepho'oo isii taasisa; haxaawwii badi'iitiin isii haxaaya» jedha Rabbi Gooftaan banii maraa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baabilon mandhee dhaddo'ootii fi lafa caffa'aa hin godha; haxowwi'iin haree isii hin balleessa. Ani Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade tana dubbadheera» jedha.