Isaiah 14:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini mala kiyya, ka anini lafa ch'ufati malad'e, kunileeni harka kiyya, ka anini d'eerefad'e gosa ch'ufaani gaargalchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karoorri ardii maraaf yaadame kana; harki banii maraaf qophaaye kanuma;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaadi ani biyya lafaa duudi'iif yaade kana; harki gosa biyya adda addaa mara adabiisaaf diriirfadhe kana» jedhe.