Isaiah 14:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani ya waan kana herege; eenuti dandae isa d'owa? Inni harka ufi d'eerefate nama balleesu fed'a; eenuti dandae harka isaa keesa deebisa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan banii maraa akkana yaadeera; eentu isa dhoogga? harki isaa hiixatamteertii? eentu deebisa ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade tana waan yaadeef, eentu isa dhoogga ree? Inni adabiisaaf harka ifii waan diriirseef, eentu duubatti deebisa ree?