Isaiah 14:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worri Filisti, waan uleeni isani d'oofte ch'abt'eefi ingammadina. Hojja bofi toko duu, ka hagasi ira hammaati fulla suni d'alata. Wonti bofi sunini d'alu bofa barisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worra Filisxeemii! uleen isin dhoofte waan cabdeef isin maruu hin gammadinaa'a; bofa jalaan buutiin waan baatuuf; daraaraan isi'ii bofa hadha'aa fixiramaa ta'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee kolbaa Filisxeemotaa, uleen isin dhootte waan caddeef guddoo hin gammadina'a. Sanyii bofaa keessaa buutiin hin dhalatti; ilmoolee isaa keessaa dhudhuufaan akka malee utaalu dhalata.