Isaiah 14:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Laalefad'a, boha, dira Filisti ch'ufa! Isani ch'ufti mudama! Awaarti guddooni kaate mirgaa d'ufti. Awaarti sunini duula ka daafanani tokoleeni keesa injirre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa balbala! bade jedhi; yaa qachaa'a; iyyi Worra Filisxeemii isin maruu naasu'uun baqaa'a aarri kaabaa gara kee dhufeera; ka hiriira keessaa bayee hafu waan hin jirreef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee kolbaa karra keessa, wiiccifadha'a! Ee kolbaa qachaa keessaa, iyyi! Ee worra Filisxeemotaa, isin duudiin, sodaadha'aatii sheephisa'a! Loltooti isaa ta gara duubaa hin deebine, gara kaabaatiin waan dhufaneef, worri Filisxeemotaa duudiin soda'aan sheephisa'a.