Isaiah 14:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama Filisti ka nuti ergani, maani jennaani? Woni nu jennuuni, AABBO Waaqi yayu Sioni jabeese jaare; nami isaa ka gaargala qabu achiti baqata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra dhaamsaan banii san keessaa dhufanii deebii maal kennaniif? deebiin «Rabbi Tsiyooniin hundeesseera; baniin rakkinni irra gayellee isii keessatti irkoo argateera» ka jedhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra gosa san biraa ergamanee dhufanuuf deebii maan kennina? Nuuti isaaniin, «Mootiin Waan Maraa Xiyoon ijaareera; kolbaan rakkatte isii keessatti addee itti baqattu hin dhaggatti» hin jenna.