Isaiah 14:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja inni akasi tolchu worri ha hayyu Babiloni goyeese waan jed'u: Hayyuuni nama dabsu ya bade, deebie nama indabsu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootii Baabilooniititti baldita; akkana jetta; cunqursaan attamitti dhumate! gabbarsiisuun isaa hoo attamitti raawwatame!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin mootii Baabilonii irratti murgaa, «Mootiin nu cunqursaa ture attam attam jige! Aariin isaalle attam attam badde!