Isaiah 15:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Diboni gaara kore fulla woyyuti boha. Worri Moabu laalefate nami ch'ufti matafi areeda haadate, dira Nebotifi ka Medeba iraa boha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diboon gara mana woyyu'uu baye; booyu'uuf gara tullu'uu baye; Moo'aab waan Naaba'aa, waan Meedibaamiillee; iyya dhageessisa. mataan maruu cirameera; areenni maruu haadameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan qachaa Diibonii bowiisaaf gara galma ifii gara addee waaqonfanna'aa ol baati. Kolbaan Mo'aabii duudiin marroo qachaa Nebo'ootii fi Medeba'aa guddoo gadditee, mataa ifii haadattee areeda ifii murattee bootti.