Isaiah 15:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami woya ch'arqi naqate kara dira keesa yae, ballinna diratifi mana gubbaleti laalefatani bohani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa marattuu uffata gaddaa uffatan; gamoowwanii fi bayimatti maruu hin booyan imimmaan jissan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan woyaa gaddaa uffatanee karaa irra deeman; heellichoo mana ifii irratti, badhinnalle'etti bowaa imimmaan dhangalaasan.