Isaiah 15:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Garaani kiyya Moabu boha! Biyyiti yayu dira Soritifi ka Eglathi Shelishiati baqatte. Ta gari kara Luhithi boha yaate, ta garileeni laalefatte Horonainiti baqatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan kiyya waan Moo'aabiitiif hin booye; baqattoonni isaaniillee haga Zoo'aarii; haga Eeglaatii, haga Shilishiya'aa dheessan; imimmaan ufii dhangalaasa'aa; gara Luhiitii bayan; karaa Horonaayimii irratti waan badii ufiitiif banne jedha'aa yaa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaan kiyya qachaa Mo'aabiitiif hin bowa; kolbaan achi keessaa gara qachaa Zo'aariitii fi gara Eglaat-Shelshiiya'aatitti hin baqatti; isaan bowaa gara Luhii ol hin bayan; karaa Horonaayimii irralle'etti marroo badii isaaniitiif gaddaa hin iyyan.