Isaiah 15:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti bale gale taakite, waan ufi ch'ufa guuraate baqachu feeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu durummaa argatan; qabeenna kuufatan; baadhatanii laga Ahaya'aa ceesisa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf isaan karra horatanee fi waan wolitti qabatane ba'atanee laga olaati'iitiin gamatti hin buufatan.