Isaiah 16:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini laalefad'e Moabu iraa bohe Kiaheresi iraa golgolaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu garaan kiyya waan Moo'aabiitiif; akka kiraara sagalee guddaa kennuu; gadda mararo'oo dhageessifti; madhumaan kiyyallee waan Qeriheereesiitii hin booya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf gadhaan kiyya Mo'aabiif, keessi kiyyalle Qir-Heresiif, akka qoonqoo kiraara guddichaa gaddaan gunguma.