Isaiah 16:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Moabu fulla woyyuma ta gaara gubbatiifi, fulla Waaqa isaani iti kad'atani d'aqe, akasiini ufi dad'absiisa, ammo qarqaarsa womatu iraa inargatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu Moo'aab gara tullu'uu bayee; bu'aan isaa dadhabbima; faateffachu'uuf uduu gara mana woyyuu waaqa tolfamaa ufii seenelle'ee; gatii hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Mo'aabii gara addee waaqonfannaa ifii yoo ol baatelle, toluma elootti; daadimatiisaaf gara addee itti waaqonfattuu yennaa dhaxxulle, bu'aa hin qaddu.