Isaiah 16:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana AABBO Waaqi waan jed'e, ganna saditi, duroomi Moabu kunini inhobaa. Ammalle nama isii heddu kana keesa nama diqaati hafa, sunileeni nama lalaafa taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma garuu Rabbi akkana jedha, «Akkuma namni hujii hennaa hago'ootiif qaxarame wolii galteen jalaa dhaabatu, ulfinni Moo'aabiitii fi baniin isi'ii maruu woggaa sadihii keessatti salphata; baniin hafe garuu hago'oo fi dadhabaa ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo Mootiin Waan Maraa, «Akka woggaa nama yenna'aaf qaxaramee hujuu, ulfinni Mo'aabiitii fi baceenni kolbaa isi'ii woggaa sad keessatti gad hin deebi'a; worri jiru'uun hafelle diqqa'aa fi dadhabaa hin te'a» jedha.