Isaiah 16:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan worri worra Yudatini jed'u, Waan nu taanu nuti hima akuma mukha guyya gudda gaadisa dansaa qabu nu qorqorad'a, nu gaadisa keesani jala boqonna. Nu worra baqa yau; fulla nami tokoleeni nu ingareeti nu d'ossa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gorsa nuu arjoomaa'a; murtii nuu kennaa'a; guyya'aan gaaddisa keessan; akka halkaniititti nuun golgaa'a; worra dheessan dhossaa'a; baqattoota dabarsitanii hin kenninaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Mo'aabii kolbaa Yihuda'aatiin, «Nutti gorsa'a; murtee nu'uuf kenna'a. Aduu saafowaa irraa gaaddisa nu'uuf te'a'a; nu worra isinitti baqatu dhossa'a; dabarsitaneelle nu hin kennina'a.