Isaiah 16:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa teesani keesa nu teesisa, nama nu balleesu fed'u duraa nu baasa. Nami nama dabsufi ka woballeesu hobae, nami lafa yakuleeni ch'ufti imbada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baqattoonni Moo'aabii isin bira haa turanii; isin ka isaan balleessu irraa irkoo ta'aafii'i» dhumti ka cunqursuu hin dhufa; badiin isaa hin dhaabata ka uf jajullee lafa irraa bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nu worri biyya Mo'aabii keessaa baqanne, odduu teessan qubannuu ti; worra nu balleessu jalalle'ee nu dhossa'a» hin jedhan. Worri nama cunqursu lafa irraa hin bada; badiin hin jiraattu; worri nama miidhu lafa irraa hin bada.