Isaiah 16:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nami d'aloota Daudi toko hayyu tahe, d'ugaafi jaalalani biyya fida. Inni waan d'uga hurrise tolche, ammalle aka nami nama indabsine qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Teessoon jaalalaan hundaaya; ka mana Daawitii keessaa ta'e; ka haqaan murtii barbaadu; ka balchummaa ariifachiisu; namni tokko amanamumma'aan isa irra taa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba jaalala bara baraatiin barcumaan mootumma'aa tokko hin dhaabama; sanyii Daawitii keessaa ka addatamu tokko, ka muraa dhuga'aa muruu fi ka waan sirrii te'elle dafee muummessu, irra hin tee'a.