Isaiah 16:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yuda waan jed'u, Nu ya d'ageenne, aka worri Moabu kiyyibu nu imbeenna, aka worri ufi olfuud'e ufi saadu, ammo wonti worri ufi saadufi injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Boonuu Moo'aabii; guddisee boonu'uu fi uf tuuluu isaa; dhaadu'uu fi gad dhiifamaa ta'uu isaa dhageenneerra boonuun isaa garuu duwwa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yihuda'aa, «Kooriisa kolbaa Mo'aabii, bondhooriisa, ifi jajiisaa fi tuffii isi'ii dhageenneerra; kooriisi isi'ii ammoo gatii hin qabu» hin jetti.