Isaiah 16:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Moabu maro gaargala ufitifi boha. Worri ch'ufti hojja sagale dansa dira Kir-Haresethi ta duri keesati nyaate qaabatu bohe ufi jibbaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu worri Moo'aabii banne jedhan; wolumaan waan Moo'aabiitiif bannee dhageessisan; waan qaabii worra qachaa Qirihaaraaseetii gaddaan booyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf kolbaan Mo'aabii wiiccifattee hin bootti; isaan martinuu Mo'aabiif wiiccifatanee hin bowan; isaan sagalee dansaa qachaa Qir-Heresiitii yennaa qaabatane gaddanee hin bowan.