Isaiah 17:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Diri Damaski bade ona taha, deebie dira intahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii waan Damaasqo'ootiif dubbatame; «Ammaa achi Damaasqoon qachaa ta'uun isi'ii hin hafa; tuulaa diiggame taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergaan marroo Damaasqo'oo ta asii gad jirtu; Mootiin Waan Maraa, «Kunoo, qachaan Damaasqo'oo haganaa achi qachummaan isaa hafee, tuulaa waan bututee hin te'a.