Isaiah 17:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Israeli, isani ya Waaqa isani baase aka d'akha jabaate isani qorqorate deetani, fulla oobru woyyuma fach'aaftani waaqa gosa d'ibi kad'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'eel! Waaqa fayyisaa kee irraanfatteerta; goda kee ka dhaga'aa ka itti dhokattu hin hubanne; kanaafuu yoo biqiltuu filatamaa dhaabdellee sanyii haarawallee yoo facaafte;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin Israa'el, Waaqa fayyisaa keessan deetaneertan; rassaa itti baqattanulle hin qaabanne; tanaaf biqiltuu dansa'aa fi biqiltuu biyya ormaa dhaabbatanulle,