Isaiah 17:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ato oobruuni sunini guyyuma isani fach'aaftani biqilte baatele, waan tokole iraa inargattani. Gaargalaafi d'ukuba haguma jiru infayyine male waan d'ibi inargattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yoo akka gaafa dhaabde biqilu; bariisama gaafa facaaftee akka daraaru gootellee; gaafa haama'aa dhibe'ee fi dhukkuba hin fayyineen akka hin jirre taa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
guyyuma dhaabbatane san akka guddatanu gootanee, boruyyaa ganama isiniif daraarulle, guyyaa dhukkubi hin fayyine itti bu'u, waan haammattanu hin qabaattanu.