Isaiah 17:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti akuma d'awa bisaani dibbifte d'ufti, ammo Waaqi d'owinaani worri keesa deebie, akuma awaara gaara gubba orie bade, yokhaani aka buuyo bubbeeni fuute bada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namoonni akka bisaan hunna qabuutitti iyyanii yoo huursanillee yoo inni isaan xixe, akka daaraa tulluu irraa qilleensaan bittinnaayuuti; akka buraa qilleensa bubbe'eetiin bittinnaayuutitti bittinnaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan hedduun akka bisaan yaa'uu shookkittulle, yennaa Waaqi isaan xixu, akka hicaacee kooba irraa qilleensi bittinneessuu, akka bukuu hobonbolatti'iin bittinnoottuu fagoo hin bittinnowan.