Isaiah 17:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Galgala worri nama mudamsiisa, ammo yo lafti baritu imbada. Nami lafa teenna saame wo boojiu akasuma taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo hennaa galgalaayu dimmaa raafame; yoo bariitu garuu womaa hin argamne; hireen worra nu saamanii; carraan worra nu fixanii kana ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkan hin bararaqan; adoo latti hin bari'in hin dhabaman. Worri nu saamu akkasuma hin te'a.