Isaiah 17:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri Efraimu ka jabeesani jaarani bade, diri Damaskileeni finna gosa d'ibi jalati bula. Worra Shamu ka iraa hafu akuma worra Israeli ch'eersani. Dubbi tana ana, AABBO Waaqa guddati, jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijaarsi qachaa Efreemii; baalliin moototaa Damaasqoo irraa bu'a; hafteen Sooriya'aa akka ulfinna Israa'elii ta'a.» jedha Rabbi Gooftaan banii maraa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaan dalleya dhaka'aa Efreem keessaa, mootummaalle Damaasqoo keessaa hin baddi; worri Sooriyaa keessatti jiru'uun hafe, akkuma Israa'elootaa hin salphatan. Ani Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade tana dubbadheeraa.