Isaiah 17:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, guyyaani ind'ufa, ka guddinni Israeli hobae, duroomi bade, hiyyumti d'uftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Bara san ulfinni Yaaqoobii hin dhumata; furdinni nafa isaa hin quura.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Guyyaa san, ulfinni Israa'elii gad hin deebi'a; gabbinni nafa isi'iille irraa hin dhumata;